Itoophiyaan mul’ata dinagdee magariisaa milkeessuuf Karoora Guddinaa fi Tiraansfoormeeshinii fi Sagantaa Dandamannaa Jijjirama Qilleensaa qaamolee adda addaa kan akka sektaroota mootummaa, miti mootummaa fi hawaasa bal’aa hirmaachisuun hojii irra oolmaaf sochii walirraa hincinne gochaa jirti. Jijjirama qilleensaa keessatti sektarootni qonnaa, qabeenya uumamaa (bosona), fayyaa, humna ibsaa (energy from hydropower, wind, solar, biodiesel, fi kkf), geejjibaa fi industrii gahee guddaa qabu.

-
" Kaayyoon qorannoo kanaa ergamaa fi ittigaafatamummaa labsiin Abbaa Taayitaa Egumsa Naannoo, Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Oromiyaatiifkennamee galmaan gahuuf; tajaajila ariifataa, bu’aa qabeessaa fi si’aawaa ta’e kennuun rakkooleen faalama naannoo…Testimonal