Kaayyoon qorannoo kanaa ergamaa fi ittigaafatamummaa labsiin Abbaa Taayitaa Egumsa Naannoo, Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Oromiyaatiifkennamee galmaan gahuuf; tajaajila ariifataa, bu’aa qabeessaa fi si’aawaa ta’e kennuun rakkooleen faalama naannoo fi manca’ina qabeenya uumaamaa furuun naannichatti diinagdee magariisaa jijjiirama qilleensaa dandamatu mirkaneessuufgurmaa’insa caasaa Abbaa Taayitaa Egumsa Naannoo, Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa haala caasefammaa sekterichaa sadarkaa federaalaan walsimu fi haala qabatama naannoo keenya ilaalcha keessa galcheenqorachuun dhiyeessuudha.