Sirna qabiinsa, misoomni fi itti fayyadamni qabeenya naannoo fi bosonaa guddina itti fufiinsa qabuuf gumaachu diriirsuu fi hojii irra oolmaa mirkaneessuu, barnootaa fi hubannoo eegumsa naannoo fi bosonaa cimsuu, humna raawwachiisummaa qaamolee hojiiwwan ijaarsa diinagdee magariisaa fi dandamannaa jijjiirama qilleensaa hojii irra oolchan cimsuu fi qindeessuun hojiiwwan misoomaa naannicha keessatti gagggeeffaman sadarkaa madaallii sirna ikoolojii irratti miidhaa hindhaqqabsiifnee fi tarsiimoo diinagdee magariisaatiin walsimuun akka rawwatamu gochuu.
