Ergama mana hojichaa galmaan ga’uu keessatti caasaaleen Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo, Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Oromiyaa sadarkaa sadarkaan jiran duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu. Haaluma kanaan, Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo, Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Oromiyaa duudhaalee mana hojichaa keessattii calaqqisuu qaban kan armaan gaditti kaayaman jedhamee yaadama. Isaanis:
- Iftoominaa fi itti gaafatamummaan hojjachuu
- Itti quufiinsa maamilaaf hojjachuu
- Jijjiiramaaf hojjachuu
- Hirmaachisummaa
- Beekumsa hawaasaa kabajuu
- Miira Garee (Team Sprit)
- Naannoo kunuunsuu aadaa godhacuu